{"id":5106,"date":"2022-04-28T05:51:24","date_gmt":"2022-04-28T05:51:24","guid":{"rendered":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/?p=5106"},"modified":"2022-04-28T05:51:25","modified_gmt":"2022-04-28T05:51:25","slug":"aannan-loonii-madda-ayiranii-gaarii-filatamaadhaa-kutaa-2ffaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/2022\/04\/28\/aannan-loonii-madda-ayiranii-gaarii-filatamaadhaa-kutaa-2ffaa\/","title":{"rendered":"Aannan loonii madda Ayiranii gaarii\/ filatamaadhaa? (KUtaa 2ffaa)"},"content":{"rendered":"\n<p>\u00a0Lakki! Aannan loonii madda ayiranii filatamaa miti.\u00a0 Baay&#8217;inaan\/hamma hedduu of keessaa qabaatus, ayiraniin aannan loonii irraa argamu, akka salphaatti gara dhiigaa hin xuuxamu. \u00a0Kanaaf osoo daa&#8217;ima keessaniif aannan looni hin kennin dura, madda ayiranii fi Vaayitaaminii C kan ta&#8217;an nyaachisuu mirkaneeffadhaa. Daa&#8217;imni tokko aannan looni dhuguuf yoo xiqqaate umriin baati 9-12 ta&#8217;u qabdi. Umrii sana dura hin hayyamamu. Erga aannan loonii jalqabsiiftanii, jechuun baatii 12 booda, guyyaatti mililitirii 500 (500ML) ol hin kenninaafii. Sababni isaas sanaa ol obaasuun hir&#8217;ina ayiranii (Iron deficiency) geessisa.<\/p>\n\n\n\n<div class=\"wp-block-media-text alignwide has-media-on-the-right is-stacked-on-mobile\"><figure class=\"wp-block-media-text__media\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"682\" src=\"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/04\/iron-supplements-for-kids_3-1024x682-2.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-5109 size-full\" srcset=\"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/04\/iron-supplements-for-kids_3-1024x682-2.jpg 1024w, https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/04\/iron-supplements-for-kids_3-1024x682-2-300x200.jpg 300w, https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/04\/iron-supplements-for-kids_3-1024x682-2-768x512.jpg 768w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure><div class=\"wp-block-media-text__content\">\n<p style=\"font-size:16px\"><strong>Daa&#8217;ima kiyyaaf aannan harmaa\/ foormulaa\/nyaata dabalataan ayiranii akka dawaatti qophaa\u2019e (Iron suppliment) kennuu nan danda\u2019aa? <\/strong>Daa&#8217;imni umriin baatii sagal geessee dhalattee harma hodhu yookin foormulaa ayiranii qophaa&#8217;e fayyadamu yoo ta&#8217;e, madda ayiranii kan biraa akka dawaatti\/qorichaatti qophaa&#8217;e isaan hin barbaachisu. Haa ta&#8217;u malee daa\u2019imman ulfaatinni qaamaa yeroo dhalatan xiqqoo fi yeroon osoo hin ga&#8217;iin dhalatan, harma hodhanis taanaan ayiranii dabalataa isaan barbaachisa. Ayiranii dabalataa\/ supplement kanas gosa kami, hammam barbaachisa? isa jedhu baruuf oggeessa fayyaa mari\u2019achiisuun barbaachisaa dha. Ijoollee umriin waggaa\/ganna 1 ol ta&#8217;an, ayiranii dabalataa (supplement) isaan hin barbaachisu.<\/p>\n<\/div><\/div>\n\n\n\n<p><strong>Hakimni daa&#8217;immanii ayiranii dabalataa\/ dawaa ayiranii daa&#8217;ima kiyyaaf ajajee jira, haala kamiin yoo fudhatan filatamaadha?<\/strong> Ciree\/ nyaata osoo hin yaatin (garaa duwwaa, kunis sa&#8217;aatii 1 nyaata dura yookiin sa&#8217;aatii 2 erga nyaatanii booda) kennuun filatama. Vaayitaaminiin C jedhamu, ayiraniin gara dhiigaatti akka xuuxamuuf gargaara. Kanaaf cuunfaa burtukaana birciiqqoo walakkaa waliin dawaa\/qoricha kana kennuu barbaachisa.<\/p>\n\n\n\n<p>Dawaa akka antacid Syrup (kan dhibee garaachaaf ajajamu), aannan looni fi Shaayii\/buna kan fakkaatan ayiraniin akka gara nyaataatti hin xuuxamne waan dhoorkaniif waliin fudhachuun hin gorfamu. Kunis sa&#8217;aatii lamaaf dhoorkama. Dawaan ayiranii kun amala singiggoo, loocaa, albaatii yookiin garaa gogsuu fi dhukkubbii fiduu waan qabaniif, daa&#8217;imni keessan bishaan\/dhangala&#8217;aa hedduu dhuguu fi kuduraalee guyyaa guyyaan argachuu mirkaneeffadhaa. Daa&#8217;imni dawaa ayiranii yeroo dheeraaf, (ji\u2019a 3) fudhatu. Kunis gara fuulduraatti fayyadamuuf akka kuusaa ta&#8217;ee akka gargaaruuf.<\/p>\n\n\n\n<p><strong>Ayiraniin akka dawaatti (Supplement) dabalataan kennamu miidhaa\/side effect geessisuu danda\u2019u qabaa?<\/strong> Akka ragaaleen barruu adda addaa eeranitti, ayiraniin miidhaa lubbuuf hin sodaachifne\/jechuun waan salphaa geessisuun beekamu. Kunniinis:<\/p>\n\n\n\n<p> Dhukubbii garaa, singiggoo, albaatii, garaa gogsuu fi boolii bifaan gurraacha&#8217;u fa\u2019a<\/p>\n\n\n\n<p><strong>Waan kan biraa kan beekuu qabnu ni jiraa?<\/strong> <\/p>\n\n\n\n<p>Dawaan ayiranii boolii daa&#8217;imaa gara halluu gurraachaa yookin magariisaa tti jijjiiruu danda\u2019a.<\/p>\n\n\n\n<p>Shirooppiin ayiranii halluu ilkee illee waan jijjiiruuf, erga obaastanii booda uffata qulqulluun ilkaan&nbsp; haxaa\u2019uun barbaachisaa dha.<\/p>\n\n\n\n<p>Daa\u2019imni kiniinii ayiranii yoo hedduu liqimse\/te miidhaa waan geessisuuf bakka daa&#8217;imni hin dhaqqabne olkaa\u2019aa.<\/p>\n\n\n\n<p>Fayyaa hin dhabinaa!<\/p>\n\n\n\n<p>\u00a0Dr. Abdi Kebede Feyisa (Assistant Professor Of Pediatrics and Child Health at Dire Dawa)<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"","protected":false},"author":1,"featured_media":5107,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"_generate-full-width-content":"","footnotes":""},"categories":[4,1],"tags":[],"class_list":["post-5106","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-community-education","category-uncategorized","generate-columns","tablet-grid-50","mobile-grid-100","grid-parent","grid-50"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5106"}],"collection":[{"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=5106"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5106\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":5111,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5106\/revisions\/5111"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media\/5107"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=5106"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=5106"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=5106"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}