{"id":5112,"date":"2022-06-15T13:02:59","date_gmt":"2022-06-15T13:02:59","guid":{"rendered":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/?p=5112"},"modified":"2022-06-15T13:16:39","modified_gmt":"2022-06-15T13:16:39","slug":"nyaata-madaalawaa-fayyaalessa-daaimaaf","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/2022\/06\/15\/nyaata-madaalawaa-fayyaalessa-daaimaaf\/","title":{"rendered":"Nyaata Madaalawaa Fayyaalessa Daa&#8217;imaaf"},"content":{"rendered":"\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"574\" src=\"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/06\/Capture1-1024x574.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-5114\" srcset=\"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/06\/Capture1-1024x574.png 1024w, https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/06\/Capture1-300x168.png 300w, https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/06\/Capture1-768x431.png 768w, https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/06\/Capture1.png 1057w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p><strong><em>&nbsp;<\/em><\/strong><strong><em>Nyaata Madaalawaa Fayyaalessa Daa&#8217;imaaf <\/em><\/strong><strong><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Akka warra daa&#8217;ima tokkootti, daa&#8217;ima gargaaruuf waa&#8217;ee nyaata madaalawaa fayyaalessa ta&#8217;anii beekuun barbaachisaa dha.<\/p>\n\n\n\n<p>Ijoolleen nyaata madaalawaa fayyaalessa isaan barbaachisu <strong>gosa nyaataa 3 irraa <\/strong>argatu:\u00a0<\/p>\n\n\n\n<p>1. <strong><em>Kuduraafi Fuduraa<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>2. <strong><em>Dhangaa Miidhaan irraa qophaa&#8217;an (xaafii,Qamadii..}<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>3. <strong><em>Pirootiinii<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Ijoolleen guyyaatti nyaata <strong><em>maaddii\u00a0 yeroo 3 fi oolchaa\/snack\u00a0 1-3 <\/em><\/strong>(ganama, sa&#8217;aatii boodaa fi halkan hirriiba rafuun dura) barbaachisa. Nyaanni Oolchaa\/ Snack, akkuma Maaddii\u00a0 laaqanaa yookin irbaataa fayyaalessa qabaachuun sirriitti barbaachisaadha.<\/p>\n\n\n\n<p><strong>&nbsp;<\/strong><strong>Nyaata filatamaa\/ Mishaa ta&#8217;an,<\/strong><\/p>\n\n\n\n<ul class=\"wp-block-list\"><li><em>Kuduraa \/Fuduraa kichuu\/o\u2019aa<\/em><\/li><li><em>Aannanii fi kan aannan irraa dhufan( dairy products)<\/em><\/li><li><em>Foon<\/em><\/li><li><em>Midhaan akka taafii, qamadii, shumburaa<\/em><\/li><\/ul>\n\n\n\n<p><strong><em>&nbsp; <\/em><\/strong><strong>Dhangaa Shukkaaraa fi Geeddarama\/ Iddoomtuu shukaaraa ijoolleef ni ta\u2019uu?<\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Dhangaa\/nyaata shukaara hin qabne dhiyeessuufiin filatamaadha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u00a0Nyaata mi\u2019aawaa calallii shukkaaraa irraa dhufan (kan akka s<strong><em>ucrose, Glucose, fructose, Shukkaara adi<\/em><\/strong>i) ta&#8217;an yeroo hedduu akka hin fayyadamne dhoorkuu. Wantoonni kun humna\/ calorie wal fakkaataa of keessaa yoo qabaatanis sama\/tortoruu ilkaaniif daa\u2019ima saaxilu.<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Dhangaaleen iddoo shukkaaraa bu&#8217;uun gargaaran( <strong>sugar substitutes<\/strong>), kan akka &#8221; <strong>aspartame&#8221; fi &#8220;sucralose<\/strong>&#8221; jedhaman, humna\/ calories dabalataa hin qaban, dabalataanis tortoruu\/sama ilkaaniif sababa hin ta&#8217;an. Haa ta&#8217;u malee shukkaara caalaa baay&#8217;ee mi&#8217;aawuun beekamanis akka nyaata madalawaatti humna \/calories hin kennan.<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Kanaaf amala\/ bartee nyaata mi&#8217;ooftuu fedhuu yookiin jaallachuu waan fidaniif, daa&#8217;imni nyaata filatamaa akka fuduraa fi kuduraa nyaachuu jibba. Sababa kanaaf nyaata mi&#8217;ooftuu ta&#8217;an, jechuun amala shukaaraa qaban daa&#8217;imaaf yeroo hedduu kennuu dhorkuun mishaadha.<\/p>\n\n\n\n<p><strong>Cuunfaa fi Bishaan<\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Yoo daa&#8217;imti dheebotu, keessattuu ciree fi laaqana jidduu yookan laaqana fi nyaata sasalphaa gidduu gidduutti fudhataman (snack) jidduu bishaan dhiyeessuufiin barbaachisaa dha.<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Guyyaatti<strong><em> yeroo tokko qofa (125 ml)<\/em><\/strong> Cuunfaa mi&#8217;ooftuu hintaane kennuufii. Fuduraa akka cuunfaatti kennuufii irra, fuduraa sana kennuutu filatama.<\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>Fakkeenyaaf Cuunfaa abukaadoo osoo hintaane, fuduraa abukaadoo nyaachisuutu filatama.&nbsp;<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Daa&#8217;imman cuunfaa hedduu dhugan, nyaata biraa hin fudhatan.<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;<strong>Ashaboo\/ Sodium daa\u2019imaaf<\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Ashaboon albuuda dhangala\u2019oon qaama keessaa madaaluuf fayyada.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Akkanumas dalagaa maashaalee fi narviif ni barbaachisa.<\/p>\n\n\n\n<p>Haa ta&#8217;u malee ashaboo hedduu nyaachuun dhibee dhiibbaa dhiigaa fi Onnee namatti fida.<\/p>\n\n\n\n<p>Daa&#8217;ima keessan dhangaa ashaboo xiqqoo qabu dhiyeessaa.<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Nyaata warshaaleetti qoopha&#8217;an ashaboo hedduun itti dabalama.<\/p>\n\n\n\n<p>Ashaboo hedduun daa&#8217;imaaf yoo kenname, amala nyaata ashaboo hedduu qaban filachuu\/ jaallachuu fida. Kunis gaafa umriin guddatan&nbsp; rakkoo furdachuufi dhibee irratti dhaqabsiisuu mala.<\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>Guyyaatti hangam barbaachisa <\/em><\/strong>isa jedhu baruufi nyaata cufamaa\/Packed yoo bittan parsantaa <strong><em>% &#8221; Daily Value of Sodium&#8221;<\/em><\/strong> irratti waan katabamuuf , ashaboon nyaataa guyyaadhaan (Daily Value) dhibbeentaa % 15 gadi qaban filatamaadha.<\/p>\n\n\n\n<p>Haaluma kanaan ashaboo daa&#8217;imaaf guyyaatti barbaachisuu akkaata umurii isaanin baruun \/yaadachuun bareedadha. Halaa kanaan;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p><strong>Umurii\u2026\u2026\u2026\u2026.. mg\/guyyaatti<\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>0- 6 month&#8230; 110 mg\/ guyyaatti \u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0<\/p>\n\n\n\n<p>7-12month&#8230;..370 mg\/Guyyaati<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp; 1-3years&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;.800mg\/guyyaatti<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp; 4-8years&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;.1000mg\/guyyaatti<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp; 9-13years\u2026\u2026\u2026.1200mg\/guyyaatti&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp; 14+ years&#8230;&#8230;&#8230;..1500mg\/guyyaatti<\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>Hubachiisa: <\/em><\/strong>Ashaboon Fallaana 1 =Miligiraama(2300mg)<\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>&nbsp;<\/em><\/strong><strong><em>Nyaata Cooma<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Nyaata madaalamaan cooma ta&#8217;an <strong><em>dhangaa barbaachisaa Omega -3 fi omega -6&nbsp; <\/em><\/strong>kan jedhaman namni kamiiyyuu qaama keessatti qoopheessuu hin dandeenye, nyaata irraa argachuu mala.<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Kuduraa affeelamaa akka zayitii\/quyyisaa irraa argachuun illee ni danda&#8217;ama. Dabalataanis nyaata filatamaa, <strong><em>salaaxaa<\/em><\/strong>, <strong>dhadhaa ocholonii fi mayonnaise <\/strong>irraa Cooma<strong><em> dhangaa barbaachioo {essential} <\/em><\/strong>ni argamu.<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;<strong>Dhangaaleen cooma ta&#8217;an hedduun <\/strong>wanta hin barbaachifne(<strong><em>non-essential)<\/em><\/strong> hedduu of keessaa waan qabaniif rakkoo onnee geessisu.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;Kanaaf nyaata coomaa akkasii yeroo mara fayyadamuu irra of qusachuun barbaachisaa dha. &nbsp;Nyaata dukkaana (supermarket) irraa bittan Cooma akkami akka qaban irraa mirkaneefadhaa.<\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>Kanaaf akka warra Haadha\/Abbaa Daa&#8217;imaatti, Dirqama nurraa eegamu;<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<ul class=\"wp-block-list\"><li>Yeroo nyaataafi nyaata gidduu (snack) walfakkaataa ta&#8217;e\/sa&#8217;aatii murtaa&#8217;e akka qabaatan mijeessuu .<\/li><li>&nbsp;Nyaata madaalawaa fi gosa gara garaa nyaata hunda irraa dhiyeessuu.<\/li><li>Nyaata haala salphaan daa&#8217;imni fudhachuu akka danda&#8217;utti xixiqqeessuun\/ mummuruun qopheessuu.<\/li><\/ul>\n\n\n\n<p>\u2713 Daa&#8217;imni fallaana yookin kubbaayyaa fayyadamuu akka baruuf gargaaruun qophaa isaani akka of danda\u2019anii nyaataniif qopheessuu.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2713 Yoo danda&#8217;ame akkaataa umriin isaaniif hayyamuun, yeroo nyaata qopheessitan daa&#8217;imas hirmaachisuu.&nbsp; Fakkeenyaaf gabatee dhiquu, kubbaayaa \/ fallaana qopheessuu.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2713 Fuduraa fi waan akka itittuu (yogurt) nyaata booda akka fudhataniif qopheessuu.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2713 Hogguu dukkaana\/ super markeetii nyaata cufamaa bittan daa&#8217;imni filachuu akka danda&#8217;u barsiisuu. Kessattu barreeffamoota package irratti barreeffaman akka dubbisan barsiisuu.<\/p>\n\n\n\n<ul class=\"wp-block-list\"><li>Daa&#8217;ima mana nyaataa saffisaa (f<strong><em>ast food) kan akka Bargarii, piizaa<\/em><\/strong> irraa dhoorkuun ni barbaachisa. Faayidaa yeroo nyaata\/Maaddii maatii waliiniitti&nbsp; gammaduu ni barsiisa.<\/li><\/ul>\n\n\n\n<p><strong><em>Waan \/ hojii daa&#8217;imaa ta&#8217;e (Wanti daa&#8217;ima irraa eegamu)?<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Waan nyaata dhiyyeesitan irraa waan fedhan filatanii nyaachuun hojii fedha daa&#8217;imaati.<\/p>\n\n\n\n<p>Hamma barbaadan nyaachuunis hojii daa&#8217;ima\/fedha isaaniti.&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;<strong><em>Yoo daa&#8217;immni kiyya nyaata dide?<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>\u2713Yoo daa&#8217;immni nyaachuu rakkiste hedduu dhiphachuun hinbarbaachisu.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2713 Nyaata jidduutti waa kabira kennuu irraa of qusachuun ni barbaachisa.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2713Laaqana yoo didan, snack kennuun hinbarbaachisu. Irbaata irratti yookiin maddii ittiaanutti&nbsp; haalan&nbsp; nyaatu.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2713 Ulfinni qaama isaanii fi guddinni qaama isaani haalan dabalaa jira yoo ta&#8217;e, nyaata hinnyaattu jettani hindhiphatiina. whan barbaachisu fudhachaa jiru jechuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2713Amma danda&#8217;ametti gosa garaa garaa dhiyyeessuu yaalaa.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2713 Haali fedhiinsa nyaata daa&#8217;imanni yeroodha yerootti ni jijjiirama, sababnni isaas garaachi isaani xiqqoodha. Ijoolleen nyaata xiqqoo xiqqoo guyyaa guutuu nyaachuu fedhu.<\/p>\n\n\n\n<p>\u2713 Hamma nyaachuu barbaadan waan beekaniif ,Hammuma qaamti isaani barbaachisu nyaatu. Goolabame!<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"952\" height=\"846\" src=\"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/06\/photo_2022-06-15_06-00-10-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-5117\" srcset=\"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/06\/photo_2022-06-15_06-00-10-1.jpg 952w, https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/06\/photo_2022-06-15_06-00-10-1-300x267.jpg 300w, https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/06\/photo_2022-06-15_06-00-10-1-768x682.jpg 768w\" sizes=\"(max-width: 952px) 100vw, 952px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>&nbsp;Ergaan kun kan pophaa\u2019e;<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large is-resized\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" src=\"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2022\/06\/Dr.-Abdi-picture-for-post-576x1024.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-5119\" width=\"344\" height=\"603\"\/><figcaption><strong>Dr.Abdi Kebede, Ispeeshalistii Yaala Daa\u2019immanii tiin<\/strong><\/figcaption><\/figure>\n\n\n\n<p><strong>Dirre Dhawa<\/strong><\/p>\n\n\n\n<p><strong>+251911390458<\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Waldaa Hakimoota Oromiyaa<\/p>\n\n\n\n<p>Kutannoo of kenneen dugda baasuu!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"","protected":false},"author":1,"featured_media":5113,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":true,"template":"","format":"standard","meta":{"_generate-full-width-content":"","footnotes":""},"categories":[4,1],"tags":[],"class_list":["post-5112","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-community-education","category-uncategorized","generate-columns","tablet-grid-50","mobile-grid-100","grid-parent","grid-50"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5112"}],"collection":[{"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=5112"}],"version-history":[{"count":3,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5112\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":5123,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/5112\/revisions\/5123"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media\/5113"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=5112"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=5112"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiaphysicians.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=5112"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}