Waa’ee

Welcome to Oromia Physicians Association!

Oromia Physicians Association (OPA) is a legally registered nonpartisan and not-for-profit professional association in Oromia and Ethiopia since June 11, 2018 G.C. It is an association of physicians which function at regional, national and international level.

Mul’ata

* Waldaan Hakimoota Oromiyaa, hakima dirqama isaa beekuu fi mirgi isaa kabajamee kenniinsa tajaajila fayyaa naannoo Oromiyaa bu’uura irraa jijjiiruu keessatti sadarkaa olaanaan ga’ee isaa ba’uuf kutannoo cimaadhaan hojjetu arguu dha.

Ergama

* Hakimootni dirqama isaanii ba’uudhaan, mirga isaanii immoo akka kabachiifatan tumsuurra darbee rakkoo kenniinsa tajaajila fayyaa uummatni naannoo Oromiyaa qabu akkaataa qorannoon deeggarameen adda baasuudhaan bu’uura irraa furuuf irratti hojjechuun hawaasni tajaajila kenniinsa fayyaa qulqulluu fi walgitaa ta’e akka argatuuf qaamota adda addaa mul’ata waldichaa tumsan waliin hojjachuudhaan milkaa’ina mula’ata isaaf hojjechuu dha.

OPA HISTORY

LEADERSHIP

OPA BYLAWS

WHAT WE DO

HOW WE WORK

JOIN A CAUSE

Nu waliin ta’aatii hawaasa keenya haa tajaajill!