Yaa’ii idilee waggaa 4ffaa Waldaa Hakimoota Oromiyaa gaafa Guraandhala 12, 2014 A.L.I Yuunivarsiitii Riift Vaalii Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffame irratti ispoonsara sadarkaa Silvarii kan ta’an keessaa tokko Hospitaala Waliigala Musee (Muse General Hospital) dha.


Tajaajiloota kennaman
Yaala dhibee daa’immanii fi ga’eessotaa
Yaala dhibee gadaamessaa fi ulfa waliin wal qabatu
Kalee dhiquu/Dialysis, Indooskooppii,
Yaala lafee fi mormaa olii, Fiiziyooteeraappii fa’a ogeessota beekamtii yeroo dheeraa qabaniin

Lakk. bilbilaa: 0904888811/0222120909
Adaamaa daandii boolee geessurra Dhaddacha Araaraa irraa meetira 400 gara bitaatti argama.